Dhangeessa ufmaa hammanga maadhee filatameetti raawwachuu
Amala dhangii ufmaa saffisaan dhangii wardii yookiin hammanga man'ee filtame irratti raawwachuuf fayyadamuu dandeessa.
Dhangii Ofmaa Wardiitti ykn Hangii Man'ee Filatameetti Fayyadamuuf
-
Man'eelee,irraantoowwan sarjaa fi tarree dabaltee,kan dhangeessuu barbaadde filadhu.
-
.
-
Amaloota kam akka dhangii ufmaatti dabaltu filachuuf,Dabalata cuqaasi.
-
TOLE cuqaasi.
Dhangiin hammanga maadheelee filatamaniitti ni raawwata.
Yoo jijjiirama halluu qabiyyeewwan man'ee homaayyuu hin agartu ta'e, filadhu.
Wardiileef Dhangii Ofmaa Ibsuuf
Dhangii ufmaa haaraa kan wardiilee hundaaf ta'u qindeessuu dandeessa.
-
Wardii dhangeessi
-
fili.
-
.
-
Dabali cuqaasi.
-
Sanduuqa Maqaa qaaqa dhangii ufmaa dabali keessatti, dhangiif maqaa galchi.
-
TOLE cuqaasi.