Dirreewwan Naqaa Ida'uu
Dirreen naqaa qaama isa ati galmee keessatti qaaqa bantee waanta barreessite gulaaluuf cuqaastuudha.
-
fili, kana booda caancala cuqaasi.
-
Kan cuqaastu “Dirree naqamaa” tarree keessaati.
-
Isa cuqaasuunii fi jijjiiramaadhaaf barruu katabi.
-
TOLEE cuqaasi.
Galmee irratti dirreewwan naqa gulaaluf hatataaman banuf, Ctrl+Shift+F9 dhibii.