LibreOffice 7.1 Help
Yoo addaan fageenya barruu miiljalee fi ibsoota dabalataa dabaluu barbaaddee,akkaataalee keeyyataatti handaara gararraa fi handaara gejjellaa dabaluu dandeessa.
Miiljalee ykn ibsa dabalataa keessa cuqaasi.
Choose View - Styles.
akkataalee keeyyataa foyyeessuu barbaadddu mirga cuqaasi,fakkeenyaaf,"Miiljalee", fi Foyyeessi fili.
Caancala Handaarotaa cuqaasi.
Naannoo keessaa, sajoo cuqaasi.
Naannoo keesaa, sarara tarree keessatti cuqaasi.
Saanduqa keessaa "Adii" jedhu filadhu. Yoo duubbeen fuulaa adii ta'in hafe, halluu duubbeetti baay'ee dhiyaatu filadhu.
In the Padding area, clear the Synchronize check box.
Gatii saanduqoota fi keessatti galchi.
TOLEE cuqaasi.