LibreOffice 7.2 Help
Before you can insert chapter information into a header or footer, you must first set the chapter numbering options for the paragraph style that you want to use for chapter titles.
Choose
Sanduuqa keessatti, mata dureewwan boqonnaaf akkaataalee kewwataa fayyadamuu barbaaddu fili, fakkeenyaaf, "Mata duree 1".
Select the numbering scheme for the chapter titles in the box, for example, "1,2,3...".
Sanduuqa keessatti "Boqonnaa" ispeesii hordofsiisuun.
Sanduuqa keessa ispeesii galchi.
TOLEE cuqaasi.
Akkaataa kewwata galmee kee keessatti kan olaantoo boqonnaaf hiikte fayyadami.
Choose or , and then select the page style for the current page from the submenu.
Olaantoo ykn gadaantoo keessa cuqaasi.
fili, kana booda caancala cuqaasi.
Tarree keessaa "Boqonnaa" fi tarree keessaa "Maqaa fi lakkoofsa boqonnaa" cuqaasi.
Saagii cuqaasi itti aansuun Cufi keessa cuqaasi.
Olaantoon tokko tokkoo fuulaa kan akkaataa fuulaa ammee fayyadamu ofumaan maqaa fi lakkoofsa boqonnaa agarsiisa.